Proverbs 2:5 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba yo akasi barbaadde, atini aka AABBO Waaqa sodaatani hubate waan Waaqa ch'ufa barata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa san Rabbiin sodaachuu hubatta; Waaqa beekuulle hin argatta.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
ati Mootii Waan Maraa sodaatiisa hin hubatta; beekkumsa Waaqa beekiisalle hin dhaggatta.