Proverbs 2:6 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami qarooma namaa kennu AABBO Waaqa, isa iraa beekhaafi hubachaani baati.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi waan ogummaa namaa kennuuf; afaan isaa beekkumsaa fi hubannaa dubbata.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa, qarummaa waan namaa kennuuf, beekkumsii fi hubantiin isa biraa dhufan.