Proverbs 2:8 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni nama nama indabsine qorqorate nama isa jaalate gula deemu tissa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkaataa deemsa haqaa hin eega; jireenna worra amanama'aa hin jabeessa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni daandii haqaa hin toowata; karaa worra isaaf addatamuulle hin eega.