Proverbs 2:9 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo atini na ch'aqafte, atini nama d'ugaa qaajeela nama indabsine taata. Duuba akanaani waan tolchu malte beeta.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa san qajeellumma'aa fi haqa madaalu'uu fi karaa mishaa maraa hin hubatta.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba ati balchumma'aa fi haqa, waan dhugaa te'ee fi daandii dansaa mara hin hubatta.