Proverbs 20:13 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo hiriba ch'alla jaalatte inhiyyoomata; kai wo hojad'i, waan nyaate d'uddu argata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hirriba hin jaalatin; ta'uu baannaan hin hiyyoomtaa; ija banadhu nyaata irraa hafaa qabaattaa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akka hin hiyyoommane, hirriiba hin jaalatin. Midhaan akka quuttu, dammaqii hujadhu.