Proverbs 20:15 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami waan jechu jiru hubatu waan worqifi d'akha ch'ululuqa ira jira qaba.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worqiin hin jira; wonti gatii gudda'aa diimaan guuteera; arrabni beekkumsaan dubbatu garuu faaya hin argamne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worqi'ii fi dooqi baca'atti jira; afaan dubbii beekkumsaa dubbatu ammoo, akka dhakaa gatii guddo'oo ti.