Proverbs 20:16 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nama daallae nama fuula imbeenne, Anati gati tante sii baasa jed'u, hori isaa haga inni gati suni baasuti qabdo ira qabu malani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Nama nama hin beennee wobii ta'e uffata isaa irraa mulqi; nama dubartii yaantare'ee wobii ta'e jecha isaatiin isa qabi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nama alaga'aaf wobii te'e woyaa irraa mulqadhu; marroo nama alagaa sanii woyaa isaa qabadhu.