Proverbs 20:3 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Daalleeni yoosu namaani woldiddi, ammo nami waan akasi iraa fagaatu nama ch'eera foko qabu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Lola irraa fagaachuun namaaf ulfinna; garuu gowwaan maruu lolaaf jarjara.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Wol dhaba irraa fagaatiis ulfinna namaaf kenna; gowwaan yennaa mara lola kaasa.