Proverbs 20:5 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Heregi namaa aka eela qile, ka bisaani isa gafago jirani, jira, ammo nami wo beekhu dandae herega suni diidati gabaasa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yaanni garaa namaa akka bisaan qilee keessaati; nama hubatu calla'atu achi keessaa woraabee baasa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yaadi gadhaa namaa akka bisaan qilee keessaa ti; nami qalbii qabu ammoo achi keessaa hin woraabbata.