Proverbs 20:6 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami hedduuni dansumafi balchuma ufi saada, ammo nama dansumafi balchuma qabu aka tabaati lafa keesati inargani?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namni hedduu akka waan jaalala jabaa qabuu dubbata; nama amanamaa garuu eentu argachuu danda'a?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami hedduun, «Nuuti worra addatama'a» ifiin jedhan; nama addatamaa ammoo eentu dhaggatuu dande'a?