Proverbs 20:7 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami d'ugaa qajeelani wollaala intolchu, ilmaani isaaleeni takaa tana eeba argatti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Balchaan jireenna mudaa hin qabne jiraata; ijoolleen isaa ka isaan maayessa dhufanillee eebbifamtoota.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami balchaan komii malee le'a; ijoolleen isa gula ideentulle ta hiree dansaa qaddu.