Proverbs 21:11 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hojja kiyyibaani gaargala argatu, nami woi imbeenneleeni ira wo barata. Qarooni waan barsiisani ira woi barata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namni baldu yoo adabamu; wollaalaan ogummaa bu'aa buufata; ogeessi yoo barate beekkumsa argata.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami murgu yennaa adabamu, nami gowwaan qarummaa dhaggata; nama qaroo yennaa barsiisane, beekkumsa dhaggata.