Proverbs 21:2 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami waan tolchu ch'ufa qajeeltu seha, ammo AABBO Waaqati herega nama ch'ufaa beekha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namatti karaan inni deemu maruu qajeelaa itti fakkaata; Rabbi garuu yaada namaa madaala.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Namatti hujiin inni huju martinuu sirrii isatti fakkaatti; Mootiin Waan Maraa ammoo yaada isaa hin madaala.