Proverbs 21:22 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Abbaani duula qarooni dira naabo jabduuni jaarani had'e dabsate, naabo worri d'aabatule ch'abse balleesa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ogeessi dallaya qachaa worra jajjaba'aa cabsee seena; maandhee isaan hedatanillee hin diiga.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami qaroon qachaa worra jajjaba'aa hin qabata; kushee isaan itti addatanulle hin diiga.