Proverbs 21:26 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni guyya kana ch'ufa woma d'ara ufi ch'alla tae herega, ammo nami d'ugaa woma nama ind'owatu, garaa tokooni wo namaa kenna.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namni hamaan guyyaa guutuu luquna; balchaan garuu uduu womaa hin hambifne kenna.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni guyyaa guutuu kajeela; nami balchaan ammoo harka keessa adoo hin qabatin kenna.