Proverbs 21:27 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Sorio worra ch'ubbuu AABBO Waaqi injibba, keesuma yo worri herega hamaani baasufa inni aka hama jibba.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ciincaan nama hama'aa ceem'isiisa'a; yoo karoora hama'aan dhiyeesse hagam jibbisiisa!
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa ciincaa nama hama'aa jibba; yennaa nami yaada hama'aan kennu fa'a irraa caalaa jibba.