Proverbs 21:8 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nama wollaala qabu karaani isaleeni qajeelaniti, ammo nami woma iyyakini kara qajeela keesa jira.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Karaan yakkama'aa micciirama'a; amalli nama qulqullu'uu garuu qajeela'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Karaan worra yakkaa hujuu micciirama'a; karaan worra yakkaa hin qannee ammoo qajeela'a.