Proverbs 22:14 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Afaani sharmut'a qile aka boola, nami AABBO Waaqi iti dallani keesa seena.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Afaan dubartii seebartuu akka boolla qile'eeti; ka Rabbi loleen itti bada.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Afaan dubartii gaarayyeeffattu'uu akka boolla qile'ee ti; nami Mootii Waan Maraa abaare isii keessa bu'a.