Proverbs 22:15 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ijoolleeni ijoollumafi waan aka injirre tolchite wo yakiti, ammo wonti isi mid'aasa ule.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gowwummaan garaa daa'imaatitti hidhameera; uleen gorsaa garuu isa irraa fageessiti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gowwummaan yaada ijoolle'ee qabatteerti; uleen xixxa'aa ammoo gowwummaa isaan irraa hin fageessiti.