Proverbs 22:18 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
garaa keesa keyad'a inded'ina, nama ch'ufati haasaa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa garaa kee keessatti isaan eedde; isaan maruu yoo afaan kee keessa jiraatan si gammachiisan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isiin dansaa waan teeteef, gadhaa keetitti qabadhuutii, yennaa mara marroo isi'ii dubbadhu.