Proverbs 22:19 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini aka isani AABBO Waaqa d'ugeefatani fed'a, tanaafi jecha qaroo kana ch'ufa amma isani barsiisa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu akka ati Rabbiin abdattuuf; ani adha si barsiisa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akka ati Mootii Waan Maraatitti addattuuf, ani adha si barsiisa.