Proverbs 22:26 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gati nama d'ibi Anati si baasa jette ufira inkayini.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waada'aaf harka hin dhayin; liqeeffata'aa wobii hin ta'in.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nama waada'aaf harka namaa dhowu, yookiin liqa'aaf wobii dabaru hin te'in.