Proverbs 22:5 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo atini lubbu te jaalatte, gufufi qorati karaati worra ch'ubbu balleesitu iraa gori.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Karaa worra hammeeyyi'ii irra qore'ee fi siibo'otu jira; ka lubbuu ufii eegu garuu kanniin irraa fagaata.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Karaa namoota hama'aa keessa qore'ee fi tiyyo'otti jira; nami ifi eegatu ammoo irraa fagaata.