Proverbs 23:24 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Abbaani nama d'ugaa ingammada, ilmi qarooni abba gammachiisa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Abbaan nama balcha'aa guddisee gammada; ka ilma ogeessa qabullee guddisee isatti gammada.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Abbaan nama balcha'aa gammada guddaa qaba; ka ilma qaroo qabulle isatti hin gammada.