Proverbs 23:29 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Eenuti gaaragala qaba? Eenuti laalala qaba? Eenuti guyya ch'ufa namaani woldida? Eenuti guyya ch'ufa tae gunguma? Eenuti fayyuma tana madaa? Eenu ilti diimati?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani badeen ka eennuuti? gaddi ka eennuuti? lolli ka eennuuti? mararoon ka eennuuti? akkanumaan madaayuun ka eennuuti? ija diimachuun eennuuf?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ka waacifu eennu? Ka gaddu eennu? Ka wol dhabu eennu? Ka nama komatu eennu? Ka sababa malee madowu eennu? Ka ila diimatu eennu?