Proverbs 23:6 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nama woma iraa imbaane qoch'och'ama, sagale isaa inyaatini, ato inni sagale miooftu si kennele iti ind'araini.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dhiyana dondhaa hin nyaatin; dhiyanni isaa mi'aayaanillee si hin kajeelchisin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Sagalee nama donnaa hin nyaatin; mi'aan isi'ii si hin joljolsin.