Proverbs 23:7 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni ka garaa inqamne afaanini kooti nyaad'i d'ugi sini jed'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni hennaa maraa nama gatii bikku waan ta'eef afaanumaan «Nyaadhu; dhugi» siin jedha; garaan isaa garuu si woliinii miti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni akka nama yennaa mara marroo gatii sagaleen sun baachu yaaduu ti; inni afaaniin, «Nyaadhu; uni» siin jedha; gadhaan isaa ammoo si woliin hin jiru.