Proverbs 24:15 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Aka ch'ubbicha malate mana nama d'ugaa ch'abse saamatu intahini.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mana nama balcha'aa akka saamtu'uutitti itti hin riphin; mana inni keessa jiraatullee dimmaa hin miidhin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akka nama hama'aa mana nama balcha'aa dhokattee hin gaadin. Mana isaa irralle'etti hunnaan hin ka'in.