Proverbs 24:18 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo waan akasi sunii jette, qilit'amte, AABBO Waaqi hegeri herega kanke beekhe, si jibbe, nama kaani lakisa fa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kana taanaan Rabbi kana argee hin gammadu; lola ufiillee isa irraa deebisa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Itti gammadiisa keeti yoo dhagge, Mootiin Waan Maraa hin jaalatu; aarii ifii isa irraa hin deebisa.