Proverbs 24:2 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
worri woma hamtu tolchu ch'alla herega; dubbini afaani worraa keesaa baatu ch'ufti ta nama wo tolchitu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Garaan isaanii waan didda'aa yaada; afaan isaanii soba dubbata.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gadhaan isaanii hunnaan nama irratti ka'iisa yaada; afaan isaaniille marroo maltumma'aa dubbata.