Proverbs 24:23 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jecha kanale worruma qarooti jed'e: Jaarsi gaadisa kora keesati dubbini nama ira ch'iisu dansaaniti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kunniinillee mammaakkan ogeeyyi'iiti; murtii irratti daloo godhuun waan ta'uu miti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan kunille jecha qaro'oo ti: Muraa keessatti nama wol caalchisuun dansa'aa moti.