Proverbs 24:25 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo jaarsi nama wollaala qabu wollaala iti muru eebaafi gurra dansale argata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri yakkama'aan «Ati badii qabda» jedhan garuu waan mishaa argatan. eebbi irraa hafaanillee isaanii gad bu'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worra nama hamaa xixuuf ammoo wonni dansaan hin teeti; eebbi dansaalle isaan irratti hin bu'a.