Proverbs 24:26 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami d'uga siti dubbatu jaala kanke ka d'ugaati.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Deebii dhuga'aa kennuun akka waan afaan keessa dhungatu'uuti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Deebii dhuga'aa deebisuun, akka sunqaa hidhi'ii ti.
Recommended Reading