Proverbs 24:3 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Mana qaroomafi beekhani yayabani jaarani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Manni ogumma'aan ijaarama; hubanna'aan jabaatee dhaabata.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Manni qarumma'aan ijaarama; hubantiille'een jabeeffama.