Proverbs 24:5 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami qarooma qabu nama jaba, irre qabu, ira jira, nami beekha qabuleeni nama jaba ira jira.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namni ogeessi hunna jabaa qaba; namni beekkumsa qabullee jajjabeenna eda'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami qaroon hunna jadduu qaba; nami beekkumsa qabulle jabeenna dabalata.