Proverbs 24:7 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Daalleeni haguma jirtu jecha qaroo inhubattu. Isiini gaadisa kora keesaleti beete woma indubbatu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ogummaan gowwaa irraa guddisee fago'o; gumii balbala qachatti'ii keessatti dubbachuu hin danda'u.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nama gowwa'aaf qarummaan akka malee ol fagaatti; inni addee mari'ii keessatti afaan ifii hin saaqatu.