Proverbs 25:12 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gorsi nami wobeekhu nama isa d'agau gorsu qube worqitiifi yokhaani faaya worqi ch'uch'uluqa ira jira.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gurri gorsa nama ogeessaa dhagayu akka qeshoo worqi'ii yookaan akka faaya worqi'iiti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Xixxaan nama qaro'oo nama isa dhage'uuf, akka worqii gurraa yookiin meya seesaa ka worqii qulluu irraa hujamee ti.