Proverbs 25:15 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami obsa qabu, ka hayyu sosobu dandae isale, ato inni qara aka jaba didda qabaatele ufi gula deebisa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Obsaan bulcha'aan wolii galuun hin danda'ama; arrabni laafaanillee lafee cabsa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami ossa qabu bulchaa biyyaa tokko gadhaa hin laaffifata; arrabi dansaan nama mataa jabaatu laaffisa.