Proverbs 25:18 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami waan d'araatiini nama himatu, akuma goraadeefi bokuufi t'iya qara qabdu hama.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namni dharaan hiriyyaa ufiititti ragu akka ulee jirmaa, akka guraade'eetii fi akka eboo qaramteeti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami dharaan dhugaa nama irratti bayu, akka ulee jirmaa yookiin akka shallaaga'aa yookiin akka daaya qara qabuu ti.