Proverbs 25:19 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami nama d'aabu inqamne ira ufi kaye, nama ilkaani chochoatiini wonyaatu, yokhaani nama miila naafateeni lafati ejaanjata deemu, fakaata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa rakko'oo nama hin amanamne abdachuun akka waan ilkaan balla'ee fi luka laamshaye abdateeti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Rakkinna keessa nama hin addatannetti addatiis, akka nama ilkaan tacho'etti yookiin miila laashowetti addatuu ti.