Proverbs 25:2 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nu Waaqa waan inni wo d'ossufi guddimna; ammo hayyoota waan isiini woi nama barsiifte namaa didufi ulfeesina.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waa dhossuun Rabbiif ulfinna; waa qotanii baasuun garuu moototaa ulfinna isaaniiti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gofa woyii dhossuun ulfinna Waaqaa ti; gofa woyii qoratanee baasuun ulfinna moototaa ti.