Proverbs 25:20 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami nama garaani hamateti sirbu, nama guyya d'aamocha woya isa iraa baasu ka yokhaani soodda mada diimtuti rigu fakaata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Nama garaan gaddee faarfatuun, akka nama gaafa qorraa uffata baafatuu, yookaan akka sooqidda mada'atti naqaniiti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nama gaddeef faaruu faarsuun, akka nama guyyaa boojji'ii woyaa isaa isa irraa fuudhanee ti yookiin akka soodda mada'atti naqanee ti.