Proverbs 25:22 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo waan kana tolchiteefi atini ch'ile owitu mata gubbati guurte AABBO Waaqileeni si eebisa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kana godhuu keetiin mataa isaa irratti barbadaa tuulta; Rabbillee gatii kee sii kaffala.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tana godhiisaan gaabbee akka inni qaanowu hin goota; Mootiin Waan Maraalle gatii si'iif hin kaffala.