Proverbs 25:26 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami dansaani dubbi nama hama gula deebiu aka maddo t'ureesani balleesani yokhaani eela had'aa iti naqani jira.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namni qajeelaan nama hama'aa jilbiiffatu akka burqaa boorayee yookaan akka bisaan boollaa ka faalameeti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami balchaan nama hama'aaf karaa kennu, akka madda boorayee, yookiin akka bisaan boollaa ka xurayee ti.