Proverbs 25:27 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Dammi nyaatani ufira dabarsani hama, ammalle akasuma nami aka guddo nami isa owisu fed'uleeni dansaaniti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hagaa olitti damma nyaachuun misha'aa miti; ulfinna ufii barbaaduun nama hin kabajjisiisu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Damma akka malee nyaatiis dansa'aa moti yookiin ulfinna mataa ifii barbaadatiisi ulfinnaa moti.