Proverbs 25:4 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Qarsi bassi qulqulleesi aka tumtichi waan dansaani mid'aasu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dammeessaya meetii irraa balleessi; ka bassullee waan qulqulluu argataa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ka meetii irraa meya huju meetii qulluu akka qabaatu, ati meetii san irraa xurii kaasi.