Proverbs 25:5 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nama ch'ubbicha hayyuu mala d'au biraa baasi, aka finni inni nama fidu ka d'ugaa tahu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hammeenna mootii afo'oo fageessi; teessoon isaallee balchumma'aan jabaattee dhaabatti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Barcumaan mootumma'aa balchumma'aan akka dhaabbatu, nama hamaa addee mootiin jiruu kaasi.