Proverbs 26:16 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami laafaani woma inguunne waan nama torba ka mala malte qabu ira wobeekhu ufi seha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Amshaaggaan namoota torbaa ka hubanna'aan deebii deebisan caalaa ogeessa uf seeya.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami booseyi, namoota torba ka hubanti'iin deebii deebisanu caalaa qaroo ifi seya.