Proverbs 26:17 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami dubbi isa ingahiini keesa buu, akuma nama sare kara deemtu ch'ee gurra qabu jira.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kara deemtuun lola nama biraa keessa seenu akka nama gurra sare'ee qabeeti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami akkasumaan dubbii namaa keessa galu, akka nama saree karaa ideentu gurra qabuu ti.