Proverbs 26:23 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Dubbini soba, ta atini waan hamtu garaa qabduni d'ossitu, aka okote faara, ta ala lumut'ani mid'aasani, jirti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namni hammeenna gara'atti qabatee afaaniin dubbii mishaa qaaqu; akka meeshaa faaraa ka meeti'iin uwwisaniiti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami afaan ifiitiin dansaa fakkaatee, gadhaa ifii keessaa yaada hamaa qabu, akka meya faaraa ka meetii itti gonfanee ti.